Faaruu 1:19 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo19 warra dur na jaallatan nan waammadhe, isaan garuu anaaf birmachuu in didan; luboonni koo fi maanguddoonni koo ittiin of oolchuudhaaf mandara keessaa nyaata utuu barbaaddatanii achitti in dhuman. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa19 “Ani tumsitoota koo nan waammadhe; isaan garuu na ganan. Luboonni koo fi maanguddoonni koo utuu lubbuu isaanii oolfachuuf nyaata barbaadatanuu magaalaa keessatti dhuman. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ19 “አን ቱምስቶተኮ ነንዋመዼ፤ እሳን ገሩ ነ ገነን። ሉቦትንኮፊ ማንጉዶትንኮ ኡቱ ሉቡሳኒ ኦልፈቹፍ ኛተ በርባደተኑ መጋላ ኬሰት ዹመን። Viz kapitola |