Online Bible

- Reklamy -




Faaruu 1:18 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

18 Isheen,<<Anatu abboommii isaa irra darbe malee, Waaqayyo qajeelaa dha; isin saba nana, hundumti keessan dhaga'aa, dhiphina koos ilaalaa! Durboonni koo fi dargaggoonni koo in booji'aman*;

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

18 “Waaqayyo qajeelaa dha; taʼus ani ajajawwan isaatti fincileen ture. Yaa saboota, hundi keessan dhagaʼaa; rakkina koos ilaalaa. Dargaggoonnii fi shamarran koo boojiʼamanii fudhatamaniiru.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

18 “ዋቀዮ ቀጄላዸ፤ ተኡስ አን አጀጀወንሳት ፍንጭሌን ቱሬ። ያ ሰቦተ፣ ሁንድኬሰን ዸገኣ፤ ረክነኮስ እላላ። ደርገጎትኒፊ ሸመረንኮ ቦጅአመኒ ፉዸተመኒሩ።

Viz kapitola kopírovat




Faaruu 1:18

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy