Faaruu 1:17 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo17 Xiyoon harka ishee in bal'ifti, kan ishee jajjabeessu garuu hin jiru; sanyii Yaaqoobitti olloonni isaanii diinota akka ta'aniif, Waaqayyo isaanitti in kaasa; Yerusaalemis isaan gidduutti akka wanta xuraa'aa in taati*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa17 Xiyoon harka ishee balʼifatteerti; garuu namni ishee jajjabeessu tokko iyyuu hin jiru. Akka olloonni isaa amajaajota isaa taʼaniif Waaqayyo Yaaqoobitti ajajeera; Yerusaalemis gidduu isaaniitti waan xuraaʼaa taateerti. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ17 ጥዮን ሀርከሼ በልእፈቴ ጅርት፤ ገሩ ነምን እሼ ጀጀቤሱ ቶኮዩ ህንጅሩ። አከ ኦሎንሳ አመጃጆተሳ ተአኒፍ ዋቀዮ ያቆብት አጀጄረ፤ ዬሩሳሌምስ ግዱሳኒት ዋን ጡራኣ ታቴርት። Viz kapitola |