Faaruu 1:16 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo16 ani kanaafan imimmaan koo dhangalaasee boo'a, kan na jajjabeessu, kan lubbuu anatti deebisus hin jiru; diinni waan harka fudhateef, ilmaan koo in hiyyooman>> in jetti. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa16 “Wanni ani booʼee iji koo imimmaaniin guutameef kanaa dha. Namni na jajjabeessuuf dhiʼoo jiru tokko iyyuu hin jiru; kan hafuura koo bayyanachiisus hin jiru. Sababii diinni humna argateef ijoolleen koo harka duwwaa hafan.” Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ16 “ወን አን ቦኤ እጅኮ እምማኒን ጉተሜፍ ከናዸ። ነምን ነ ጀጀቤሱፍ ዽኦ ጅሩ ቶኮዩ ህንጅሩ፤ ከን ሀፉረኮ በየነቺሱስ ህንጅሩ። ሰበቢ ዲን ሁምነ አርገቴፍ እጆሌንኮ ሀርከ ዱዋ ሀፈን።” Viz kapitola |