Online Bible

- Reklamy -




Faaruu 1:14 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

14 Waanjoon irra-daddarbaa kootii anatti hidhamee jira, isatu harka isaatiin morma kootti gudunfe; inni waanjoo isaa ana irra in kaa'e, ulfina waanjichaa irraa kan ka'e anis nan dadhabe; Waaqayyotu diinota kootti dabarsee na kenne, anis isaan dura dhaabachuu hin dandeenye.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

14 “Cubbuun koo waanjootti hidhameera; isaan harka isaatiin walitti foʼaman. Isaan morma kootti rarraafaman; gooftaan humna koo dadhabsiise. Inni warra ani of irraa deebisuu hin dandeenyetti dabarsee na kenneera.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

14 “ጩቡንኮ ዋንጆት ህዸሜረ፤ እሳን ሀርከሳቲን ወልት ፎአመን። እሳን ሞርመኮት ረራፈመን፤ ጎፍታን ሁምነኮ ደዸብሲሴ። እን ወረ አን ኦፍራ ዴብሱ ህንደንዴኜት ደበርሴ ነ ኬኔረ።

Viz kapitola kopírovat




Faaruu 1:14

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy