Faaruu 1:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Inni ol waaqa irraa lafee kootti ibidda in erge, ibiddichis lafee kootti in dhaga'ame; kiyyoo miilla koo dura kaa'ee, ittiin gara booddeetti na deebise; bara koo hundumaa kopha-galeessa na godhee na dhukkubsachiise*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 “Inni ol gubbaadhaa ibidda erge; ibidda sana lafee koo keessa seensisa. Inni miilla kootiif kiyyoo diriirsee dugda duubatti na deebise; inni kophaatti na hambisee guyyaa guutuu na dadhabsiise. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 “እን ኦል ጉባዻ እብደ ኤርጌ፤ እብደ ሰነ ለፌኮ ኬሰ ሴንስሰ። እን ሚለኮቲፍ ክዮ ድሪርሴ ዱግደ ዱበት ነ ዴብሴ፤ እን ኮጳት ነ ሀምብሴ ጉያ ጉቱ ነ ደዸብሲሴ። Viz kapitola |