Online Bible

- Reklamy -




Faaruu 1:11 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

11 Sabni ishee hundinuu aadaa buddeena in barbaadu, ittiin of oolchuudhaaf, qabeenya isaanii isa miidhagaadhaan midhaan in geddaratu; mandarattiinis,<<Yaa Waaqayyo, ani attam akkan tuffatame mee ilaali!

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

11 Namoonni ishee hundinuu utuma aadanuu buddeena barbaaddatu; isaan lubbuu ofii isaanii turfachuuf jecha qabeenya isaanii nyaataan geeddarratu. “Yaa Waaqayyo na ilaali, na yaadadhus; ani tuffatameeraatii.”

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

11 ነሞትንሼ ሁንድኑ ኡቱመ ኣደኑ ቡዴነ በርባደቱ፤ እሳን ሉቡ ኦፊሳኒ ቱርፈቹፍ ጄቸ ቀቤኘሳኒ ኛታን ጌደረቱ። “ያ ዋቀዮ ነ እላል፣ ነ ያደዹስ፤ አን ቱፈተሜራቲ።”

Viz kapitola kopírovat




Faaruu 1:11

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy