Online Bible

- Reklamy -




Faarfannaa 1:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

3 Inni akka muka isa bishaan yaa'aa qarqara dhaabamee, yeroo yeroo isaatti ija kennuu, baalli isaas gogee hin harcaanee ti; wanti inni hojjetu hundinuus wal in qixxaataaf*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

3 Inni akkuma muka qarqara bishaan yaaʼuu dhaabamee yeroo isaatti ija isaa kennu, kan baalli isaas hin coollagnee ti; wanni inni hojjetu hundinuus ni tolaaf.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

3 እን አኩመ ሙከ ቀርቀረ ብሻን ያኡ ዻበሜ ዬሮሳት እጀሳ ኬኑ፣ ከን ባልሳስ ህንጮለግኔት፤ ወን እን ሆጄቱ ሁንድኑስ ንቶላፍ።

Viz kapitola kopírovat




Faarfannaa 1:3

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy