Ermiyaas 1:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Ani immoo yommus,<<Maaloo yaa Waaqayyo gooftaa, kunoo, ani mucaa waanan ta'eef attamitti akka dubbatan hin beeku>> nan jedhe*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Anis, “Wayyoo, yaa Waaqayyo Gooftaa ani akkamitti akkan dubbadhu hin beeku; ani mucaa xinnoo dha” nan jedhe. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 አንስ፣ “ወዮ፣ ያ ዋቀዮ ጎፍታ አን አከምት አከን ዱበዹ ህንቤኩ፤ አን ሙጫ ጥኖዸ” ነንጄዼ። Viz kapitola |