Ermiyaas 1:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Bara mootummaa Yehoyaaqiim ilma Yosiyaas mootii Yihudaatti, hamma waggaa kudha tokkoffaa mootummaa Zedeqiiyaa ilma Yosiyaasitti, waggichattiis hamma ji'a shanaffaa isa sabni Yerusaalem itti booji'ametti isatti in dubbate*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 akkasumas bara Yehooyaaqiim ilma Yosiyaas mooticha Yihuudaatii jalqabee hamma dhuma bara Zedeqiyaa ilma Yosiyaas mooticha Yihuudaa waggaa kudha tokkoffaatti waggaa sana keessaas hamma jiʼa shanaffaatti, yeroo sabni Yerusaalem boojiʼametti dubbiin kun gara isaa dhufaa ture. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 አከሱመስ በረ ዬሆያቂም እልመ ዮስያስ ሞትቸ ይሁዳቲ ጀልቀቤ ሀመ ዹመ በረ ዜዴቅያ እልመ ዮስያስ ሞትቸ ይሁዳ ወጋ ኩዸ ቶኮፋት ወጋ ሰነ ኬሳስ ሀመ ጅአ ሸነፋት፣ ዬሮ ሰብን ዬሩሳሌም ቦጅአሜት ዱቢን ኩን ገረሳ ዹፋ ቱሬ። Viz kapitola |