Online Bible

- Reklamy -




Ermiyaas 1:18 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

18 Kunoo, ani har'a akka mandara kellaa dhagaa qabuu, akka utubaa sibiilaa, akka keenyan sibiila borrajjii irraa hojjetamees akka taatu si godheera; ati biyya sana hundumaan, mootummoota Yihudaa fi gurguddoota isaanii, luboota isaanii fi saba biyya sanaa hundumaan in mormita.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

18 Akka ati guutuu biyyattiitiin jechuunis mootota Yihuudaatiin, qondaaltota isheetiin, lubootaa fi uummata biyyattiitiin mormituuf ani harʼa magaalaa dallaa jabaan marfamte, utubaa sibiilaatii fi dallaa naasii si taasiseera.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

18 አከ አት ጉቱ ብየቲቲን ጄቹንስ ሞቶተ ይሁዳቲን፣ ቆንዳልቶተሼቲን፣ ሉቦታፊ ኡመተ ብየቲቲን ሞርምቱፍ አን ሀርአ መጋላ ደላ ጀባን መርፈምቴ፣ ኡቱባ ስቢላቲፊ ደላ ናሲ ስታስሴረ።

Viz kapitola kopírovat




Ermiyaas 1:18

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy