Online Bible

- Reklamy -




Ermiyaas 1:16 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

16 Sabni koo ana dhiisanii waaqayyolii biraatiif ixaana aarsanii, wanta harka isaaniitiin hojjetanittis waan sagaddaniif, hojii isaanii isa hamaa hundumaaf ani isaanitti nan farada>> jedhee dubbateera*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

16 Sababii isaan na dhiisanii waaqota biraaf ixaana aarsuudhaan waan harki isaanii hojjete waaqeffachuudhaan hammina hojjetaniif ani saba kootti murtii nan labsa.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

16 ሰበቢ እሳን ነ ዺሰኒ ዋቆተ ብራፍ እጣነ ኣርሱዻን ዋን ሀርክሳኒ ሆጄቴ ዋቄፈቹዻን ሀምነ ሆጄተኒፍ አን ሰበኮት ሙርቲ ነንለብሰ።

Viz kapitola kopírovat




Ermiyaas 1:16

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy