Online Bible

- Reklamy -




Ermiyaas 1:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

13 Dubbiin Waaqayyoo ammas gara koo dhufee,<<Amma immoo maal argita?>> jedhee na gaafate; ani immoo deebisee,<<xuwwee waa keessaa danfu isa gara bitaatii as gara galee jirun arga>> nan jedhe.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

13 Dubbiin Waaqayyoo amma illee gara koo dhufee, “Ati maal argaa jirta?” naan jedhe. Anis deebisee, “Xuwwee danfaa jiru kan kaaba irraa as garagalee jiru tokko nan arga” jedhe.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

13 ዱቢን ዋቀዮ አመሌ ገረኮ ዹፌ፣ “አት ማል አርጋ ጅርተ?” ናን ጄዼ። አንስ ዴብሴ፣ “ጡዌ ደንፋ ጅሩ ከን ካበራ አስ ገረገሌ ጅሩ ቶኮ ነንአርገ” ጄዼ።

Viz kapitola kopírovat




Ermiyaas 1:13

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy