Ermiyaas 1:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 ilaa, akka ati buqqiftuuf, akka diigduuf, akka balleessituuf, akka gara galchituuf akka ijaartuuf, akka dhaabduufis ani har'a saba irratti, mootummoota irrattis aboo siif kenneera>> naan jedhe*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Ilaa, ani akka ati buqqiftuu fi diigduuf, akka barbadeessituu fi garagalchituuf, akka ijaartuu fi dhaabduuf harʼa sabootaa fi mootummoota irratti si muudeera.” Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 እላ፣ አን አከ አት ቡቅፍቱፊ ዲግዱፍ፣ አከ በርበዴስቱፊ ገረገልችቱፍ፣ አከ እጃርቱፊ ዻብዱፍ ሀርአ ሰቦታፊ ሞቱሞተረት ስ ሙዴረ።” Viz kapitola |