Online Bible

- Reklamy -




Ermiyaas 1:1 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

1 Dubbiin Ermiyaas ilmi Hilqiiyaa dubbate kana keessatti caafamee jira; abbaan isaa luboota warra kutaa biyya Benyaamiin keessaa mandara Anaatot keessa jiran keessaa tokko ture*;

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

1 Kun dubbii Ermiyaas ilma Hilqiyaa kan luboota biyya Beniyaam keessa magaalaa Anaatoot jiraatan keessaa tokko taʼe sanaa ti.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

1 ኩን ዱቢ ኤርምያስ እልመ ህልቅያ ከን ሉቦተ ብየ ቤንያም ኬሰ መጋላ አናቶት ጅራተን ኬሳ ቶኮ ተኤ ሰናት።

Viz kapitola kopírovat




Ermiyaas 1:1

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy