Daaniʼel 1:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Angafni hojjetoota warra xu'aashii sunis maqaa isaanii geddaree,<<Daani'eliin Belxishaazaar, Hanaaniyaadhaan Shaadraak, Miishaa'eliin Meshaak, Azaariyaadhaan Abed-Neegoo>> jedhe. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Itti gaafatamaan qondaaltotaa sun Daaniʼeliin Beelxishaazaar, Hanaaniyaadhaan Shaadraak, Miishaaʼeelin, Meeshak, Azaariyaadhaan immoo Abdanaagoo jedhee maqaa haaraa baaseef. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 እት ጋፈተማን ቆንዳልቶታ ሱን ዳንኤሊን ቤልጥሻዛር፣ ሀናንያዻን ሻድራክ፣ ሚሻኤልን፣ ሜሸክ፣ አዛርያዻንሞ አብደናጎ ጄዼ መቃ ሃራ ባሴፍ። Viz kapitola |