Daaniʼel 1:19 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo19 Yommus mootichi isaanii wajjin dudubbatee hunduma isaanii keessaas kan akka Daani'el, Hanaaniyaa, Miishaa'elii fi Azaariyaa hin argamne; akkasitti isaan mooticha duratti hojiidhaaf in fudhataman. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa19 Mootichis isaan haasofsiise; innis nama Daaniʼeliin, Hanaaniyaan, Miishaaʼeelii fi Azaariyaan qixxaatu tokko illee hin arganne; kanaafuu isaan hojii mootichaa jalqaban. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ19 ሞትችስ እሳን ሃሶፍሲሴ፤ እንስ ነመ ዳንኤሊን፣ ሀናንያን፣ ሚሻኤሊፊ አዛርያን ቅጣቱ ቶኮሌ ህንአርገትኔ፤ ከናፉ እሳን ሆጂ ሞትቻ ጀልቀበን። Viz kapitola |