Asteer 1:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 tokkon tokkon namaatiif akka fedha fedha isaatti daadhicha akka kennan mootichi hojjetoota isaa warra daadhii buusan waan abboomeef, keessummoonni hundinuu hamma barbaadan dhuguu in danda'u turan. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Akka tokkoon tokkoon keessummaa akkuma fedhetti dhuguuf mootichi eeyyamee ture; akka tokkoo tokkoo namaatiif waan inni barbaade dhiʼeessaniifis mootichi warra daadhii wayinii dhiʼeessan hunda ajajee tureetii. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 አከ ቶኮን ቶኮን ኬሱማ አኩመ ፌዼት ዹጉፍ ሞትች ኤየሜ ቱሬ፤ አከ ቶኮ ቶኮ ነማቲፍ ዋን እን በርባዴ ዽኤሰኒፍስ ሞትች ወረ ዳዺ ወይኒ ዽኤሰን ሁንደ አጀጄ ቱሬቲ። Viz kapitola |