Asteer 1:21 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo21 Gorsi Memukaan kenne kunis mootichaa fi gurguddoota sana in gammachiise; kanaaf mootichi akkuma Memukaan jedhe in godhe. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa21 Mootichii fi qondaaltonni isaa gorsa kanatti ni gammadan; kanaafuu mootichi yaada Memuukaan dhiʼeesse sana hojii irra oolche. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ21 ሞትቺፊ ቆንዳልቶትንሳ ጎርሰ ከነት ንገመደን፤ ከናፉ ሞትች ያደ ሜሙካን ዽኤሴ ሰነ ሆጂረ ኦልቼ። Viz kapitola |