Asteer 1:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 bara sanatti Ahashweros mootii ta'ee, teessoo mootummaa mandara Susaan keessa jiru irra in taa'e*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 yeroo sanatti Ahashweroos Mootichi, Suusaa magaalaa guddoo sana keessa teessoo mootummaa isaa irra taaʼee bulchaa ture; Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ዬሮ ሰነት አሀሽዌሮስ ሞትች፣ ሱሳ መጋላ ጉዶ ሰነ ኬሰ ቴሶ ሞቱማሳረ ታኤ ቡልቻ ቱሬ፤ Viz kapitola |