Asteer 1:19 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo19 Jaalala si mootichaa yoo ta'e, Waashtiin si Ahashweros mooticha duratti akka hin dhi'aanneef, abboommii baasii seera Faaresii fi Medoon isa geddaramuu hin dandeenye keessatti caafsisi, iddoo mootittiis dubartii ishee irra wayyituuf kenni*! Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa19 “Kanaafuu yoo wanni kun mooticha gammachiise akka Waashtiin lammata fuula Ahashweroos Mootichaa duratti hin dhiʼeeffamneef inni labsii mootummaa haa labsu; labsiin sunis seera Faaresii fi Meedee kan diigamuu hin dandeenye sana keessatti haa barreeffamu. Mootichi amma illee sadarkaa ulfinaa kan isheen mootummaa keessatti qabdu dubartii biraa kan ishee caaltuuf haa kennu. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ19 “ከናፉ ዮ ወን ኩን ሞትቸ ገመቺሴ አከ ዋሽቲን ለመተ ፉለ አሀሽዌሮስ ሞትቻ ዱረት ህንዽኤፈምኔፍ እን ለብሲ ሞቱማ ሃለብሱ፤ ለብሲን ሱንስ ሴረ ፋሬሲፊ ሜዶን ከን ዲገሙ ህንደንዴኜ ሰነ ኬሰት ሃበሬፈሙ። ሞትች አመሌ ሰደርካ ኡልፍና ከን እሼን ሞቱማ ኬሰት ቀብዱ ዱበርቲ ብራ ከን እሼ ጫልቱፍ ሃኬኑ። Viz kapitola |