Asteer 1:18 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo18 Dubartoonni gurguddoota Faaresii fi Medoon warri oduu mootittii dhaga'an har'uma kana isuma isheen jette, isaanis immoo dhirsoota isaaniitiin in jedhu, ceephoonii fi dheekkamsi in baay'ata. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa18 Guyyuma harʼaa kana iyyuu dubartoonni Faaresii fi Meedee bebeekamoon warri gocha mootittii kana dhagaʼan qondaaltota mootichaa hundaaf waanuma akkasii deebisu. Tuffii fi lola dhuma hin qabnetu uumama. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ18 ጉዩመ ሀርኣ ከነዩ ዱበርቶትን ፋሬሲፊ ሜዶን ቤቤከሞን ወር ጎቸ ሞትቲ ከነ ዸገአን ቆንዳልቶተ ሞትቻ ሁንዳፍ ዋኑመ አከሲ ዴብሱ። ቱፊፊ ሎለ ዹመ ህንቀብኔቱ ኡመመ። Viz kapitola |