Online Bible

- Reklamy -




Asteer 1:17 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

17 wanti isheen goote kun dubartoota hundumaa biratti in beekama; isaan,<<Ahashweros mootichi Waashtii mootittiin gara isaa akka dhuftuuf abboomee ture, isheen garuu in didde>> jedhanii, dhirsoota isaanii in tuffatu.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

17 Wanni mootittiin goote kun dubartii hunda biratti beekamee isaan, ‘Ahashweroos Mootichi akka Waashtiin Mootittiin fuula isaa duratti dhiʼeeffamtu ajajee ture; isheen garuu dhaquu didde’ jedhanii dhirsoota isaanii tuffatuutii.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

17 ወን ሞትቲን ጎቴ ኩን ዱበርቲ ሁንደ ብረት ቤከሜ እሳን፣ ‘አሀሽዌሮስ ሞትች አከ ዋሽቲን ሞትቲን ፉለሳ ዱረት ዽኤፈምቱ አጀጄ ቱሬ፤ እሼን ገሩ ዸቁ ድዴ’ ጄዸኒ ዽርሶተሳኒ ቱፈቱቲ።

Viz kapitola kopírovat




Asteer 1:17

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy