Asteer 1:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo12 Warri gara isheetti ergaman ajaja mootichaa isheetti in himan; isheen garuu dhufuu in didde; kana irratti mootichi in dheekkame, aarees in boba'e. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa12 Garuu yeroo ergamoonni sun ergaa mootichaa itti himanitti Waashtiin Mootittiin dhufuu didde. Kana irratti mootichi akka malee dheekkamee aariidhaan gubate. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ12 ገሩ ዬሮ ኤርገሞትን ሱን ኤርጋ ሞትቻ እት ህመንት ዋሽቲን ሞትቲን ዹፉ ድዴ። ከነረት ሞትች አከ መሌ ዼከሜ ኣሪዻን ጉበቴ። Viz kapitola |