Asteer 1:11 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo11 <<Waashtii mootittii gonfoo mootummaa akka kaa'attetti as ishee fidaa!>> jedhee abboome; mootittiin miidhagduu waan turteef, mootichi gurguddoota isaa fi keessummoota isaatti ishee mul'isuu in barbaade. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa11 akka isaan Waashtiin mootittii akka isheen namootaa fi qondaaltotatti bareedina ishee argisiiftuuf gonfoo mootummaa isheetti kaaʼanii fuula isaa duratti dhiʼeessan ajaje; isheen akka malee bareedduu turteetii. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ11 አከ እሳን ዋሽቲን ሞትቲ አከ እሼን ነሞታፊ ቆንዳልቶተት በሬድነሼ አገርሲፍቱፍ ጎንፎ ሞቱማሼት ካአኒ ፉለሳ ዱረት ዽኤሰን አጀጄ፤ እሼን አከ መሌ በሬዱ ቱርቴቲ። Viz kapitola |