Asteer 1:1 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Bara Ahashweros isa biyya Hindiitii hamma biyya Itiyoophiyaatti kutaawwan biyyaa dhibbaa fi digdamii torba mo'etti kan ta'e kanatti fufee jira; Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Wanni bara mootummaa Ahashweroos keessa taʼe kanaa dha: Ahashweroos kun Hindiidhaa jalqabee hamma Itoophiyaatti kutaalee biyyaa 127 bulchaa ture; Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 ወን በረ ሞቱማ አሀሽዌሮስ ኬሰ ተኤ ከናዸ፦ ጠረክሲስ ኩን ህንዲዻ ጀልቀቤ ሀመ እቶጵያት ኩታሌ ብያ 127 ቡልቻ ቱሬ፤ Viz kapitola |