Anbaaqoom 1:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 hundumti isaanii humnaan nama irratti ka'uudhaaf in dhufu, gara ba'a-biiftuutti fuula qajeelfatanii jiru; boojuun isaaniis akka cirracha galaana qarqaraa in baay'ata. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 isaan hundinuu jeequmsaaf dhufu. Tuunni isaanii akkuma bubbee gammoojjii gara fuula duraatti qajeela; namoota hidhamanis akkuma cirrachaa walitti qaba. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 እሳን ሁንድኑ ጄቁምሳፍ ዹፉ። ቱትንሳኒ አኩመ ቡቤ ገሞጂ ገረ ፉለ ዱራት ቀጄለ፤ ነሞተ ህዸመንስ አኩመ ጭረቻ ወልት ቀበ። Viz kapitola |