Online Bible

- Reklamy -




Anbaaqoom 1:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

8 Fardeen isaanii qeerransa caalaa coollee dha; yeeyyii galgalaa caalaas in sodaachisu; abboonni fardeenii, fardeen isaaniitiin in dha'atu, akka joobira wanta nyaatu irratti lafa dha'uutti, fagoodhaa ka'anii fiigaa in dhufu*;

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

8 Fardeen isaanii qeerransa caalaa saffisu; yeeyyii galgalaa caalaa sodaachisu. Namoonni isaanii kanneen farda yaabbatan ariitiidhaan gulufu; abbootiin farda isaaniis fagoodhaa dhufu. Isaan akkuma risaa waa nyaachuuf ariifatuu barrisu;

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

8 ፈርዴንሳኒ ቄረንሰ ጫላ ሰፍሱ፤ ዬዪ ገልገላ ጫላ ሶዳችሱ። ነሞትንሳኒ ከኔን ፈርደ ያበተን አሪቲዻን ጉሉፉ፤ አቦቲን ፈርደሳኒስ ፈጎዻ ዹፉ። እሳን አኩመ ርሳ ዋ ኛቹፍ አሪፈቱ በርሱ፤

Viz kapitola kopírovat




Anbaaqoom 1:8

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy