Online Bible

- Reklamy -




Anbaaqoom 1:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

7 isaan saba sodaachisoo fi naasisoo dha; firdii ofuma isaaniitiif in baafatu, ulfinas ofii isaaniitiif in kennu.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

7 Isaan saba sodaatamuu fi naasisuu dha; isaan ofii isaaniitiifuu seera; ulfina isaaniis ni guddifatu.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

7 እሳን ሰበ ሶዳተሙፊ ናስሱዸ፤ እሳን ኦፊሳኒቲፉ ሴረ፤ ኡልፍነሳኒስ ንጉድፈቱ።

Viz kapitola kopírovat




Anbaaqoom 1:7

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy