Anbaaqoom 1:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Kunoo, ani warra Kaldootaa saba hamootaa fi jal'oota, warra lafa nama irraa fudhachuudhaaf, biyya hundumaa keessa yaa'an nan kaasa*; Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Ani warra Baabilon, uummata gara jabeessaa fi ariifataa, kan iddoo jireenya isaa hin taʼin qabachuuf guutummaa lafaa keessa yaaʼu sana nan kaasa. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 አን ወረ ባብሎን፣ ኡመተ ገረ ጀቤሳፊ አሪፈታ፣ ከን እዶ ጅሬኘሳ ህንተእን ቀበቹፍ ጉቱማ ለፋ ኬሰ ያኡ ሰነ ነንካሰ። Viz kapitola |