Anbaaqoom 1:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Waaqayyo immoo deebisee, <<Ani bara keessan keessa wanta yoo isinitti himame iyyuu isin amanuu hin dandeenye waanan godhuuf, mee saba warra kaan ilaalaa, baay'isaa dinqisiifadhaas*! Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 “Saboota hubadhaa ilaalaa; akka malees dinqisiifadhaa. Ani bara keessan keessa waan isin yoo isinitti himame illee hin amanne tokko nan hojjedha. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 “ሰቦተ ሁበዻ እላላ፤ አከ መሌስ ድንቅሲፈዻ። አን በረኬሰን ኬሰ ዋን እስን ዮ እስንት ህመሜሌ ህንአመኔ ቶኮ ነንሆጄዸ። Viz kapitola |