Anbaaqoom 1:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Kanaafis abboommiin gatii dhabe, firdii qajeelaan jiruu irra ooluu dide, warri jal'oonnis warra qajeelota danqanii, firdii in jal'isiisan!>> nan jedhe*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Kanaafuu seerri laamshaʼeera; murtiin qajeelaan dabsameera. Akka murtiin qajeelaan jalʼifamuuf; namoonni hamoon qajeelota marsu. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 ከናፉ ሴር ላምሸኤረ፤ ሙርቲን ቀጄላን ደብሰሜረ። አከ ሙርቲን ቀጄላን ጀልእፈሙፍ፤ ነሞትን ሀሞን ቀጄሎተ መርሱ። Viz kapitola |