Anbaaqoom 1:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Balleessuu fi humnaan nama irratti ka'uu waanan arguuf, gargar ba'uunii fi lolli ka'aa waan jiraniif, maaliif wanta jal'aa na argisiifta>> Maaliifis yommuu namni gad nama qabu cal jettee ilaalta>> Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Ati maaliif akka ani murtii dabe argu na goota? Ati maaliif balleessaa namaa obsita? Badiisnii fi gooliin fuula koo dura jiru; lollii fi waldhabiinsi baayʼateera. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 አት ማሊፍ አከ አን ሙርቲ ደቤ አርጉ ነ ጎተ? አት ማሊፍ በሌሳ ነማ ኦብስተ? በዲስኒፊ ጎሊን ፉለኮ ዱረ ጅሩ፤ ሎሊፊ ወልዸቢንስ ባይአቴረ። Viz kapitola |