Anbaaqoom 1:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Ani Anbaaqom,<<Yaa Waaqayyo! Hamma yoomiittan gargaarsaaf gara keetti iyya>> Atis hamma yoomiitti hin dhageessu>> Hamma yoomiitti anis gara keetti wawwaadha>> Atis hamma yoomiitti warra humnaan nama irratti ka'an jalaa nu hin oolchitu>> Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Yaa Waaqayyo, ani hamma yoomiittin gargaarsaaf sitti iyyadha? Ati garuu na hin dhaggeeffattu; yookaan ani hamma yoomiitti, “Goolii!” jedhee sitti booʼee ati garuu na hin oolchitu? Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ያ ዋቀዮ፣ አን ሀመ ዮሚትን ገርጋርሳፍ ስት እየዸ? አት ገሩ ነ ህንዸጌፈቱ፤ ዮካን አን ሀመ ዮሚት፣ “ጎሊ!” ጄዼ ስት ቦኤ አት ገሩ ነ ህንኦልችቱ? Viz kapitola |