Online Bible

- Reklamy -




Anbaaqoom 1:16 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

16 isaan kiyyoo isaaniitiif kiyyoo isaanii isa ittiin harkisaniin qannootti waan jiraataniif, nyaata fo'amaas waan nyaataniif, isaan mi'a isaanii kanaaf aarsaa in dhi'eessu, ixaanas in aarsuuf.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

16 Inni sababii kiyyoo isaatiin bashannanee nyaata isaa filatamaatti gammaduuf kiyyoo isaatiif aarsaa dhiʼeessa; kiyyoo isaatiif illee ixaana aarsa.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

16 እን ሰበቢ ክዮሳቲን በሸነኔ ኛተሳ ፍለተማት ገመዱፍ ክዮሳቲፍ ኣርሳ ዽኤሰ፤ ክዮሳቲፍሌ እጣነ ኣርሰ።

Viz kapitola kopírovat




Anbaaqoom 1:16

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy