Anbaaqoom 1:15 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Warri Kaldootaa kun, akka qurxummiitti qoonyeedhaan qabanii achi keessaa isaan in baasu; kiyyoo isaaniitiin isaan in harkisu; kiyyoo isa ittiin harkisan keessattis walitti isaan in qabu, gammadaniis in ililchu; Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 Diinni hokkoodhaan isaan hunda ol baasa; kiyyoo isaatiinis isaan harkisa; kiyyoo isaa keessatti walitti isaan qabata; kanaafuu inni ni gammada; ni ililchas. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 ዲን ሆኮዻን እሳን ሁንደ ኦል ባሰ፤ ክዮሳቲንስ እሳን ሀርክሰ፤ ክዮሳ ኬሰት ወልት እሳን ቀበተ፤ ከናፉ እን ንገመደ፤ ንእልልቸስ። Viz kapitola |