Online Bible

- Reklamy -




Anbaaqoom 1:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

13 Ati baay'ee qulqulluu waan taateef, jal'ina hojjetamuu fi cunqurfamuu namaa cal jettee ilaaluu hin dandeessu erga ta'ee, yoos maaliif warra gantoota cal jettee ilaalta ree>> Maaliifis yommuu warri hamoonni, warra isaan caalaa qajeelota ta'an balleessan calluma jetta ree*>>

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

13 Iji kee akka waan hamaa hin ilaalleef akka malee qulqulluu dha; ati daba argitee obsaan dhiisuu hin dandeessu. Yoos ati maaliif obsaan namoota hamoo ilaalta? Ati maaliif yeroo namoonni hamoon warra isaan caalaa qajeeloo taʼan liqimsanitti calʼistaa?

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

13 እጅኬ አከ ዋን ሀማ ህንእላሌፍ አከ መሌ ቁልቁሉዸ፤ አት ደበ አርግቴ ኦብሳን ዺሱ ህንደንዴሱ። ዮስ አት ማሊፍ ኦብሳን ነሞተ ሀሞ እላልተ? አት ማሊፍ ዬሮ ነሞትን ሀሞን ወረ እሳን ጫላ ቀጄሎ ተአን ልቅምሰንት ጨልእስታ?

Viz kapitola kopírovat




Anbaaqoom 1:13

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy