Anbaaqoom 1:11 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo11 garuu warri yakkanii humna isaanii Waaqayyo isaanii godhatan kun, ergasii achii ka'anii akka qilleensaatti fiiganii in sokku>> jedhe*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa11 Ergasii namoonni yakka hojjetan kanneen humna isaanii waaqa isaanii godhatan, akka bubbee lafa haxaaʼanii karaa isaanii itti fufu.” Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ11 ኤርገሲ ነሞትን የከ ሆጄተን ከኔን ሁምነሳኒ ዋቀሳኒ ጎዸተን፣ አከ ቡቤ ለፈ ሀጣአኒ ከራሳኒ እት ፉፉ።” Viz kapitola |