Anbaaqoom 1:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Moototatti in ga'isu, warra biyya bulchanitti in kolfu, mandaroota masaraa qaban hundumaatti in qoosu, koobii itti ijaaranii lixanii isaan in qabatu; Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Isaan mootota tuffatanii bulchitootatti qoosu. Daʼannoo hundatti ni kolfu; biyyoos tuulanii isa qabatu. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 እሳን ሞቶተ ቱፈተኒ ቡልችቶተት ቆሱ። ደአትኖ ሁንደት ንኮልፉ፤ ብዮስ ቱለኒ እሰ ቀበቱ። Viz kapitola |