3 ዮሀንስ 1:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Isaan maqaa Kristosiin barsiisuudhaaf ba'aniiru; warra amantoota hin ta'in irraas homaa hin fudhatan*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Isaan Maqaa isaatiif jedhanii utuu ormoota irraa gargaarsa tokko illee hin argatin baʼaniiruutii. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 እሳን መቃሳቲፍ ጄዸኒ ኡቱ ነሞተ ኦርማራ ገርጋርሰ ቶኮሌ ህንአርገን በአኒሩቲ። Viz kapitola |