Online Bible

- Reklamy -




3 ዮሀንስ 1:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

12 Namoonni hundinuu, waa'ee Demeexrosiif waan gaarii mul'isanii in dubbatu; ija dhugaa durattis waan gaariitu dubbatamaaf; nus immoo kana mul'ifnee in dubbanna, atis inni nuyi mul'ifnee dubbannu kun dhugaa akka ta'e in beekta*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

12 Namni hundi Dimeexiroosiif dhugaa baʼa; dhugaan mataan ishee iyyuu dhugaa baati. Nus dhugaa baanaaf; isinis akka dhuga baʼumsi keenya dhugaa taʼe ni beektu.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

12 ነምን ሁንድ ድሜጥሮሲፍ ዹጋ በአ፤ ዹጋን መታንሼዩ ዹጋ ባት። ኑስ ዹጋ ባናፍ፤ እስንስ አከ ዹገ በኡምስኬኘ ዹጋ ተኤ ንቤክቱ።

Viz kapitola kopírovat




3 ዮሀንስ 1:12

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy