Online Bible

- Reklamy -




3 ዮሀንስ 1:11 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

11 Yaa michuu ko! Waan hamaa hin akkeessin waan gaarii akkeessi malee; namni waan gaarii hojjetu, kan Waaqayyoo ti; namni waan hamaa hojjetu Waaqayyoon hin argine*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

11 Yaa michuu ko, waan gaarii duukaa buʼi malee waan hamaa duukaa hin buʼin. Namni waan gaarii hojjetu kam iyyuu kan Waaqaa ti. Namni waan hamaa hojjetu garuu takkumaa Waaqa hin argine.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

11 ያ ምቹኮ፣ ዋን ጋሪ ዱካ ቡእ መሌ ዋን ሀማ ዱካ ህንቡእን። ነምን ዋን ጋሪ ሆጄቱ ከምዩ ከን ዋቃት። ነምን ዋን ሀማ ሆጄቱ ገሩ ተኩማ ዋቀ ህንአርግኔ።

Viz kapitola kopírovat




3 ዮሀንስ 1:11

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy