Online Bible

- Reklamy -




2 Seenaa 1:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

9 Egaa yaa Waaqayyo gooftaa! Ati saba akka biyyoo lafaa baay'atu irratti ana moosifteetta'o, isa Daawit abbaa koo abdachiifte raawwadhu*!

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

9 Egaa yaa Waaqayyo, yaa Waaqi, abdiin ati abbaa koo Daawitiif kennite sun fiixaan haa baʼu; ati saba akka biyyoo lafaa baayʼatu irratti mootii na gooteertaatii.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

9 ኤጋ ያ ዋቀዮ፣ ያ ዋቅ፣ አብዲን አት አባኮ ዳዊቲፍ ኬንቴ ሱን ፊጣን ሃበኡ፤ አት ሰበ አከ ብዮ ለፋ ባይአቱረት ሞቲ ነ ጎቴርታቲ።

Viz kapitola kopírovat




2 Seenaa 1:9

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy