2 Seenaa 1:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Solomoon immoo deebisee Waaqayyoon,<<Ati Daawit abbaa kootti gaarummaa guddaa argisiifteetta, ani immoo iddoo isaa bu'ee mootii akkan ta'u gooteetta. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Solomoon immoo akkana jedhee Waaqaaf deebise; “Ati abbaa koo Daawitiif arjummaa guddaa goote; anas iddoo isaa buuftee mootii gooteerta. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 ሶሎሞንሞ አከነ ጄዼ ዋቃፍ ዴብሴ፤ “አት አባኮ ዳዊቲፍ አርጁማ ጉዳ ጎቴ፤ አነስ እዶሳ ቡፍቴ ሞቲ ጎቴርተ። Viz kapitola |