2 Seenaa 1:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Halkan gaafasii Waaqayyo Solomoonitti mul'atee,<<Wanta feetu na kadhadhu! Ani immoo siif nan kenna>> jedheen. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Waaqnis halkan sana Solomoonitti mulʼatee, “Waan akka ani siif kennu feetu kam iyyuu na kadhadhu” jedheen. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 ዋቅንስ ሀልከን ሰነ ሶሎሞንት ሙልአቴ፣ “ዋን አከ አን ሲፍ ኬኑ ፌቱ ከምዩ ነ ከዸዹ” ጄዼን። Viz kapitola |