Online Bible

- Reklamy -




2 Seenaa 1:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

6 Yommus Solomoon iddoo aarsaa sibiila borrajjii irraa hojjetamee, fuula Waaqayyoo dura dunkaana itti wal ga'an keessa kaa'ame sanatti ol ba'ee, achi irratti horii kuma tokko guutummaatti qalma gubamu in dhi'eesse.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

6 Solomoonis gara iddoo aarsaa kan naasii irraa hojjetamee dunkaana wal gaʼii keessa fuula Waaqayyoo dura jiru sanaatti ol baʼee aarsaa gubamu 1,000 achi irratti ni dhiʼeesse.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

6 ሶሎሞንስ ገረ እዶ ኣርሳ ከን ናሲራ ሆጄተሜ ዱንካነ ወል ገኢ ኬሰ ፉለ ዋቀዮ ዱረ ጅሩ ሰናት ኦል በኤ ኣርሳ ጉበሙ 1,000 አችረት ንዽኤሴ።

Viz kapitola kopírovat




2 Seenaa 1:6

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy