Online Bible

- Reklamy -




2 Seenaa 1:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

5 Iddoon aarsaa inni Bazaali'el ilmi Urii akaakayyuun Huur sibiila borrajjii irraa hojjetee dunkaana isa ulfinni Waaqayyoo keessatti mul'atu dura dhaabee ture garuu achumatti hafe; kanaaf Solomoon wal ga'ichaa wajjin Waaqayyoof sagaduudhaaf achi dhaqe*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

5 Garuu iddoon aarsaa kan Bezaliʼeel ilmi Uuri, ilmi Huuri naasii irraa hojjete sun fuula dunkaana qulqulluu Waaqayyoo sanaa dura ture; kanaafuu Solomoonii fi yaaʼiin sun achitti Waaqa kadhatan.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

5 ገሩ እዶን ኣርሳ ከን ቤዘልኤል እልም ኡር፣ እልም ሁር ናሲራ ሆጄቴ ሱን ፉለ ዱንካነ ቁልቁሉ ዋቀዮ ሰና ዱረ ቱሬ፤ ከናፉ ሶሎሞኒፊ ያኢን ሱን አችት ዋቀ ከዸተን።

Viz kapitola kopírovat




2 Seenaa 1:5

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy