2 Seenaa 1:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Haa ta'u iyyuu malee, Daawit sanduuqa kakuu Waaqayyoo isa Kiriiyat-Ya'ariim ture fidee, dunkaana isa Yerusaalem keessa isaaf dhaabe keessa kaa'ee ture*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Daawitis taabota Waaqaa Kiriyaati Yeʼaariimii gara iddoo qopheesseef sanaatti ni fide; inni Yerusaalem keessatti dunkaana dhaabeefii tureetii. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 ዳዊትስ ታቦተ ዋቃ ክርያት ዬኣሪሚ ገረ እዶ ቆጴሴፍ ሰናት ንፍዴ፤ እን ዬሩሳሌም ኬሰት ዱንካነ ዻቤፊ ቱሬቲ። Viz kapitola |