2 Seenaa 1:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Kana booddees guutummaa wal ga'ichaa wajjin gara iddoo sagadaa isa ol ka'aa, isa gaara Giibe'on irratti argamuu, lafa dunkaanni itti wal ga'an inni Museen garbichi Waaqayyoo lafa onaa keessatti tolchee jiru in dhaqe*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 sababii dunkaanni wal gaʼii kan Waaqaa inni Museen garbichi Waaqayyoo sun gammoojjii keessatti hojjete achi tureef Solomoonii fi yaaʼiin guutuun gara iddoo sagadaa kan gaara irraa kan Gibeʼoon jiru sanaa ni dhaqan. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 ሰበቢ ዱንካን ወል ገኢ ከን ዋቃ እን ሙሴን ገርብች ዋቀዮ ሱን ገሞጂ ኬሰት ሆጄቴ አች ቱሬፍ ሶሎሞኒፊ ያኢን ጉቱን ገረ እዶ ሰገዳ ከን ጋረራ ከን ግቤኦን ጅሩ ሰና ንዸቀን። Viz kapitola |