2 Seenaa 1:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Yommus Solomoon namoota Israa'el hundumaatti, angafoota kumaatti, angafoota dhibbaatti, abboota firdiitti, gurguddoota Israa'el hundumaatti, mana mana abboota isaaniitti dura-buutota kan ta'anittis in dubbate. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Ergasiis Solomoon Israaʼeloota hundatti, ajajjoota kumaatti, ajajjoota dhibbaatti, abbootii murtiitti, hooggantoota Israaʼel hundattii fi hangafoota abbootiitti dubbate; Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ኤርገሲስ ሶሎሞን እስራኤሎተ ሁንደት፣ አጀጆተ ኩማት፣ አጀጆተ ዽባት፣ አቦቲ ሙርቲት፣ ሆገንቶተ እስራኤል ሁንደቲፊ ሀንገፎተ አቦቲት ዱበቴ፤ Viz kapitola |